Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

273) Talking in hospital

Click to choose another topic
Amharic

ሐኪም ፡- ጤና ይስጥልኝ! ዶ/ር ሐጎስ እባላለሁ:: ምን አጋጠመህ?

Afaan Oromoo

Doktara: Doktar Hagos jedhama. Maal si gargaaru?

Amharic

ታካሚ፡- ትኩሳት አለኝ፤ ራሴንም ያመኛል፡፡

Afaan Oromoo

Dhukkubsataa: Ho'i qaama kiyyaa dabalee jira; bowwoo illee qaba.

Amharic

ሐኪም ፡- ምን ያህል ጊዜ ሆነህ?

Afaan Oromoo

Doktara: Hangam sirra ture?

Amharic

ታካሚ፡- ሦስት ቀን ያህል ሆኖኛል፡፡

Afaan Oromoo

Dhukkubsataa: Guyyaa sadii ta'ee jira.

Amharic

ሐኪም ፡- ለመጨረሻ ጊዜ ሐኪም ያየዎት መቼ ነው?

Afaan Oromoo

Doktora: Yeroo dhumaatiif doktaraan kan laalamte yoomi?

Amharic

ታካሚ፡- ባለፈው ዓመት ታህሳስ፡፡

Afaan Oromoo

Dhukkubsataa: Bara darbe; Muddee keessa.

Amharic

ሐኪም ፡- ጉንፋን ሳይዝዎት አልቀረም፡፡ መድኃኒት አዝልዎታለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Doktara: Qufaatu si qabee jira. Qoricha siif ajaja.

Amharic

ታካሚ፡- አመሰግናለሁ ዶ/ር፡፡

Afaan Oromoo

Dhukkubsataa: Horii buli doktar.