Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
ከመጣህ አስተምርሀለሁ፡፡
Yoo dhufte si barsiisa.
ከጠየክሽኝ እረዳሻለሁ፡፡
Yoo na gaafatte si gargaara.
ከፈለክ ቤቴ መምጣት ትችላለህ፡፡
Yoo barbaadde mana kiyya dhufuu dandeetta.
ከጋበዝሽኝ ቤትሽ እመጣለሁ፡፡
Yoo na affeerte mana kee hindhufa.
ከፈለክ ደውልልኝ፡፡
Yoo barbaadde naaf bilbili.
ከራበህ ምግብ መብላት ትችላለህ፡፡
Yoo beeloofte nyaachuu dandeetta.
ሻይ ካፈላሽ እጠጣለሁ፡፡
Shaayii yoo danfifte nan dhuga.
ቤቴ ብትመጣ ደስ ይለኛል፡፡
Osoo mana kiyya naa laaltee natti tola.
ካገኘሁት እነግረዋለሁ፡፡
Yoon arge itti hima.
ከዘነበ አልመጣም፡፡
Yoo roobe hindhufu.
ዝናቡ ካባራ ትመጣለች፡፡
Yoo roobni caame dhufti.
ከተለማመድክ መናገር ትችላለህ፡፡
Yoo shaakalte dubbachuu dandeetta/ssa.
በርትተህ ካጠናህ ፈተናውን ታልፋለህ፡፡
Akka gaaritti yoo qayyabatte qormaata darbita.
በርትተህ ከሰራህ ውጤታማ ትሆናለህ፡፡
Jabaattee yoo hojjatte bu'a qabeessa hintaata.
በእውነት ከሞከርክ ስራ ታገኛለህ፡፡
Yoo qalbiin yaalte, hojii argatta.
አሜሪካ ውስጥ ስራ ካገኘሁ እሄዳለሁ፡፡
Ameerikatti hojii yoon argadhe nan deema.