Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

250) Welfare Wishes

Click to choose another topic
English

Have a nice day!

Afaan Oromoo

Nagaan ooli!

English

Have a nice night!

Afaan Oromoo

Nagaan buli!

English

Have a nice weekend!

Afaan Oromoo

Torbaan gaarii!

English

Have a nice job!

Afaan Oromoo

Hojii gaarii!

English

Happy new year!

Afaan Oromoo

Bara haaraa gaarii!

English

Welcome!

Afaan Oromoo

Yooyyaa!/ Anaa dhufu!

English

Congratulations!

Afaan Oromoo

Baga gammadde/gammaddan!

English

Thank you!

Afaan Oromoo

Ulfaadhu!/Galata qabda/qabdu!

English

Happy Journey!

Afaan Oromoo

Imala gaarii/ Nagaan gali/Galaa!

English

Merry Christmas!

Afaan Oromoo

Baga ayyaana qilleetiin si/isin ga'e!/Ayyaana Gaarii!

English

May God be with you!

Afaan Oromoo

Waaqni si/isin faana haata'u!

English

May God bless you!

Afaan Oromoo

Waaqayyo si/isin haa eebbisu!/Barakadhu!/Eebifama!!

English

Oh! My lord!

Afaan Oromoo

Ee, Magan!/Yaa Waaqi!

English

Do not worry!

Afaan Oromoo

Hin yaadda'in/hin yaadda'inaa!

English

Never mind!

Afaan Oromoo

Rakkoo hinqabu/homaa miti.

English

I missed you!

Afaan Oromoo

Si/isin yaadee jira.

English

I am sorry!

Afaan Oromoo

Baay'een gadda.

English

Excuse me!

Afaan Oromoo

Dhiltee dhinnaa!/ Na hoffolchaa!

English

Not at all!

Afaan Oromoo

Homaa miti!

English

It is not my business!

Afaan Oromoo

Na hingalchu/dhimma koo miti.

English

I do not care!

Afaan Oromoo

Mooji/dhimma kiyyaa miti/maal nadhibe

English

At prime cost!

Afaan Oromoo

Gatii ittiin bitameen.

English

By all means!

Afaan Oromoo

Karaa hundaanuu!

English

At all events!

Afaan Oromoo

Haala kamiinu!

English

As soon as!

Afaan Oromoo

Hatattamaan!/daddaffiin!

English

As well as!

Afaan Oromoo

Akkasumas!