Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

251) Talking about One Self

Click to choose another topic
English

My name is Eyasu.

Afaan Oromoo

Maqaan koo Iyyaasuudha.

English

My name is Hiwot/I am Hiwot.

Afaan Oromoo

Maqaan koo Hiwoot./Hiwoot jedhama.

English

I'm 25 years old.

Afaan Oromoo

Umriin koo waggaa 25.

English

I was born on May 3, 1984.

Afaan Oromoo

Ani kan dhaladhe caamsaa 3 bara 1984'tti.

English

I was born in a small village near Hossana.

Afaan Oromoo

Ani ganda xinnoo/xiqqoo naannoo magaalaa Hosaanaatti argamututti dhaladhe.

English

I grew up in Hossana.

Afaan Oromoo

Magaalaa Hosaanaatti guddadhe.

English

I went to school in Hossana.

Afaan Oromoo

Ani magaalaa Hosaanaatti barnoota jalqabe.

English

My family moved to Addis Ababa five years ago.

Afaan Oromoo

Maatiin koo waggaa shaniin dura magaalaa Finfinneetti galan.

English

My father is a farmer (a merchant, a driver, a doctor, a teacher).

Afaan Oromoo

Abbaan koo (qonnaan bulaa/daldalaa/konkolaachisaa/doktoraa/barsiisaadha).

English

My mother is a nurse (a journalist, a tailor, a secretary, an engineer).

Afaan Oromoo

Haati koo (narsii/gaazexeessituu/huccuu hodhituu/barreessituu/injiinara.

English

I have a younger brother. His name is Eyasu.

Afaan Oromoo

Ani obboleessa quxisuu/maandhaa Iyyaasuu jedhamu qaba.

English

I have a brother, his name is Yilma.

Afaan Oromoo

Ani obboleessa Yilmaa jedhamu qaba.

English

He is two years older than me.

Afaan Oromoo

Inni waggaa lamaan na caala.

English

My younger sister is Selam. She is a school girl.

Afaan Oromoo

ObboleettiIn quxisuu/maandhaa koo Salaam jedhamti. Isiin barattuudha.

English

I'm not married.

Afaan Oromoo

Ani gaa'eela hingodhanne /Ani hinfuune/ Ani hinheerumne.

English

I'm married. I have a family.

Afaan Oromoo

Ani gaa'eela godhadheen jira. Ani fuudheen jira. Ani maatiin qaba.

English

I have two children, a boy and a girl.

Afaan Oromoo

Ani ijoollee lama qaba. Dhiiraafi dubara.

English

I have two sons, fifteen and nine.

Afaan Oromoo

Ijoollee dhiiraa lama kanniin umrii kudha shaniifi kudha sagalii qaba.

English

My daughter is two years old.

Afaan Oromoo

Mucayyoon/Mucattiin koo waggaa lama.

English

We live in a condominium.

Afaan Oromoo

Mana kondomiiniyeemii keessa jiraanna.

English

We live near a large park.

Afaan Oromoo

Paarkii guddaa maddii jiranna.

English

My address is Piyazza.

Afaan Oromoo

Teessoon koo Birbirsa Goorooti.

English

I like to read and walk with my friends.

Afaan Oromoo

Ani dubbisuufi hiriyyoota koo wojjiin miilaan deemuu jaaladha.

English

I like basketball and old movies.

Afaan Oromoo

Kubbaa Kachoo taphachuufi fiilmii durii ilaaluu jaaladha.

English

My hobby is photography.

Afaan Oromoo

Suuraa kaasuu jaaladha.

English

My hobby is taking pictures of birds.

Afaan Oromoo

Simbirroo/shimbirroo suuraa kaasuun na gammachiisa.

English

My wife loves traveling.

Afaan Oromoo

Haati warraa koo imala jaalatti.

English

She likes collecting different countries coins.

Afaan Oromoo

Isiin saantiba biyyoota gara garaa walitti qabuu jaalatti.

English

My husband likes to cook.

Afaan Oromoo

Abbaan warraa koo nyaata bilcheessuu jaalata.

English

We like classical music.

Afaan Oromoo

Nu muuziqaa lommoxaa jaalanna.

English

What do you do?

Afaan Oromoo

Maal hojjatta?

English

What business are you in?

Afaan Oromoo

Maal hojjatta /Jiruun kee maali?

English

I’m an engineer.

Afaan Oromoo

Ani Mahaandisa.

English

I'm a sales manager.

Afaan Oromoo

Ani hogganaa hojii gurgurtaati.

English

I'm a secretary.

Afaan Oromoo

Ani barreessaa/barreessituudha.

English

I am a librarian.

Afaan Oromoo

Ani ogeessa mana kitaabaati.

English

I work at a bank. And you?

Afaan Oromoo

Ani baankii keessa hojjadha, Ati hoo?

English

I work at a department store.

Afaan Oromoo

Ani mana supparmaarkeetti keessa hojjadha.

English

I work in a restaurant.

Afaan Oromoo

Ani mana nyaataa keessa hojjadha.

English

I work as a teacher.

Afaan Oromoo

Ani barsiisaadha.

English

I work for a newspaper.

Afaan Oromoo

Ani dhabbata gaazeexaaf hojjadha.

English

I'm in computers.

Afaan Oromoo

Ani Ogeessa kompiitaraati.

English

I'm in advertising.

Afaan Oromoo

Ani hojii beeksisaa hojjadha.

English

I'm in real estate.

Afaan Oromoo

Ani hojii riilisteetii keessa hojjadha.

English

Do you study or work?

Afaan Oromoo

Barnoota moo hojiirra jirta?

English

I'm a student at Wachemo University.

Afaan Oromoo

Ani Yunivarsiitii Waachamoo baradha.

English

I am a student in the department of Sociology at Wachemo University.

Afaan Oromoo

Ani Yunivarsiitii Arsiitti Muummee Afaan Oromoo baradha.