Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

253) Talking about House

Click to choose another topic
English

Where do you live?

Afaan Oromoo

Eessa jiraatta?

English

I live in piassa/piazza.

Afaan Oromoo

Birbirsa Gooroo jiraadha.

English

How big is your house?

Afaan Oromoo

Manni kee hammam bal'ata?

English

It is medium.

Afaan Oromoo

Jiddugaleessa.

English

How many rooms does it have?

Afaan Oromoo

Kutaa meeqa qaba?

English

It has 4 rooms.

Afaan Oromoo

Kutaa afur qaba.

English

What are they?

Afaan Oromoo

Maal fa'a?

English

They are living room, bed room, kitchen and bath room.

Afaan Oromoo

Kutaa keessummaa, ciisichaa, golaafi mana fincaaniiti.

English

Do you have a sofa?

Afaan Oromoo

Soofaa qabdaa?

English

Yes, I have a sofa.

Afaan Oromoo

Eeyyee, nan qaba.

English

Do you have a television?

Afaan Oromoo

Telebijinii qabdaa?

English

Yes, I have a television.

Afaan Oromoo

Eeyyee, nan qaba.

English

What do you have in your salon?

Afaan Oromoo

Kutaa keessummaa keessaa maalfa'a qabda?

English

I have television, music player and fridge etc...

Afaan Oromoo

Telebijinii, muuziqaa taphachiistuuf qabbaneessituu qaba.

English

What do you have in your bed room?

Afaan Oromoo

Kutaa ciisichaa keessaa maal qabda?

English

I have a bed and dressing table.

Afaan Oromoo

Sireefi saanduqa uffataa qaba.

English

What do you have in your kitchen?

Afaan Oromoo

Alawaada / kushiinaa keessaa maal qabda?

English

I have stove and a lot of vessels.

Afaan Oromoo

Eeleefi distii fa'a qaba.

English

Do you have geyser in your bath room?

Afaan Oromoo

Kutaa dhiqannaa keessa ho'istuun bishaanii jiraa?

English

Yes, I have.

Afaan Oromoo

Eeyyeen, nan qaba.

English

Do you have a garden?

Afaan Oromoo

Eddoo fuduraa qabdaa?

English

No, I do not have garden.

Afaan Oromoo

Lakki, hinqabu.

English

Are you a tenant?

Afaan Oromoo

Mana kiraa jiraattaa?

English

Yes, I am a tenant.

Afaan Oromoo

Eeyyeen, kireeffadheen jiraadha.

English

How much is the rent?

Afaan Oromoo

Meeqaan kireeffatte?

English

It is Birr 2000.

Afaan Oromoo

Qarshii kuma lamaan kireefaadhe.

English

Do you like your house?

Afaan Oromoo

Manni kee sitti tolaa?

English

Yes, I like it.

Afaan Oromoo

Eeyyeen, natti tolee jira.