English What sorts of people live in your colony? Afaan Oromoo Namoota akkamiittu naanno keessan jiraatu?
English Most of them are merchants and few of them are employees. Afaan Oromoo Harki caalu daldaltootaa; muraasni /hagoon mindeeffamtoota.
English How many shops are there in your colony? Afaan Oromoo Naannoo keessan suuqii/dukkaana meeqatu jiru?
English Is there a greengrocer in your colony? Afaan Oromoo Naannoo keessan dukkaanni kuduraafi muduraa jiraa?
English Is there a shopping mall in your colony? Afaan Oromoo Naannoo keessan Jiddugalli daldalaa jiraa?
English Is there a video center in your colony? Afaan Oromoo Naannoo keessan jiddugalli viidiyoo jiraa?
English Is there a medical/drug store in your colony? Afaan Oromoo Naannoo keessan manni qorichaa jiraa?
English Are there regular power cuts in your colony? Afaan Oromoo Naannoo keessan yeroo baayyee ibsaan addaan citaa?
English Is there water facility in your colony? Afaan Oromoo Naannoo keessan tajaajilli bishaanii jiraa?
English How many schools are there in your colony? Afaan Oromoo Mana barumsaa meeqatu naannoo keessan jira?
English How far is the bus station from your colony? Afaan Oromoo Buufanni konkolaata naannoo keessan irraa hammam fagaata?