Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

255) Talking about Town

Click to choose another topic
English

Where do you live?

Afaan Oromoo

Eessa jiraatta?

English

I live in Mizan Teferi.

Afaan Oromoo

Ani Miizaan Tafarii jiraadha.

English

Where is it (located)?

Afaan Oromoo

Kallattii kamitti argama?

English

It is located south western part of Ethiopia.

Afaan Oromoo

Kibba Itoophiyaatti argama.

English

How big is your town/city?

Afaan Oromoo

Magaalaan ati keessa jiraattu hammam bal'ata?

English

It is big.

Afaan Oromoo

Bal'aadha.

English

What sort of people live there?

Afaan Oromoo

Namoota akkamiitu jiraatu?

English

Most of them are merchants and few of them are teachers.

Afaan Oromoo

Daldaltoota hedduufi barsiisota muraasa.

English

How are the people?

Afaan Oromoo

Ummanni isaa akkami?

English

The people are good.

Afaan Oromoo

Ummata gaariidha.

English

How is the weather?

Afaan Oromoo

Haalli qilleensaa akkami?

English

It is (mild) pleasant.

Afaan Oromoo

Mijataa/gaariidha.

English

How is the summer?

Afaan Oromoo

Ganni akkami?

English

It is normal.

Afaan Oromoo

Ganni gaariidha.

English

Is the summer too cold?

Afaan Oromoo

Ganni dhaamotaa/Qorraa?

English

No, It is not too cold.

Afaan Oromoo

Lakki, hinqorru.

English

Which season do you like?

Afaan Oromoo

Waqtii kam jaalatta?

English

I like summer season.

Afaan Oromoo

Waqtii gannaan jaaladha.

English

What is your town known for? (famous)

Afaan Oromoo

Magaalaan keessan maaliin beekkamti?

English

It is known for fruits and vegetables.

Afaan Oromoo

Kuduraafi muduraan beekkamti?

English

How are the roads?

Afaan Oromoo

Karaaleen/daandiiwwan akkami?

English

They are bad & full of pot holes.

Afaan Oromoo

Badaafi ciccitaadha.

English

How are the buildings?

Afaan Oromoo

Ijaarsi akkami?

English

They are traditional.

Afaan Oromoo

Ijaarsa aadaati.

English

Do you have housing problems?

Afaan Oromoo

Rakkina manaa qabdaa?

English

Yes.

Afaan Oromoo

Eeyyeen, nan qaba.

English

How is the rent?

Afaan Oromoo

Manni kiraa akkami?

English

It is cheap.

Afaan Oromoo

Rakasa.

English

What sort of problems do you have?

Afaan Oromoo

Rakkina akkamii qabdu?

English

We have regular power cuts, theft and water problems.

Afaan Oromoo

Rakkina ibsaa, bishaaniifi hannaa qabna.

English

Is there a university?

Afaan Oromoo

Yunivarsiitiin jiraa?

English

Yes. It is there.

Afaan Oromoo

Eeyyeen, jira.

English

Are there parks?

Afaan Oromoo

Bakki bashannanaa jiraa?

English

No, there is only one park.

Afaan Oromoo

Lakki, tokko qofatu jira.

English

How are the medical facilities?

Afaan Oromoo

Tajaajilli yaalaa akkam?

English

They are ok.

Afaan Oromoo

Gaariidha.

English

Do you have a lot of hospitals?

Afaan Oromoo

Mana yaalaa baay'ee qabduu?

English

No, we don’t have a lot of hospitals.

Afaan Oromoo

Lakki, hinqabnu.

English

What is the mode of transport?

Afaan Oromoo

Geejjiba maal fayyadamtu?

English

It is buses.

Afaan Oromoo

Otobisoota.

English

Do you like your city?

Afaan Oromoo

Magaalaa kee ni jaalattaa?

English

Yes, I like my city.

Afaan Oromoo

Eeyyeen, magaalaa koo nan jaaladha.