English Shopkeeper: What size are you looking for? Afaan Oromoo Abbaa dukkaanaa: Lakkofsa meeqa barbaadda?
English Customer: I am looking for 43 size in black. Afaan Oromoo Maamila: Lakkofsa 43 bifa gurraachaan.
English Shopkeeper: Yes, these are 43 size and good quality. Afaan Oromoo Abbaa dukkaanaa: Eeyyee, isaan kunniin lakkoofsa 43dha. Qulqullina qabu.
English Customer: Ok, Could you make it 500 Birr? Afaan Oromoo Maamila: Tole, qarshii 500 naaf gochuu dandeessaa?
English Shopkeeper: Its last price is 800 birr only. Afaan Oromoo Abbaa dukkaanaa: Gatiin dhumaa 800 qofa.
English Customer: Thank you, can I pay money? Afaan Oromoo Maamila: Galatoomi, qarshii kafaluu danda'aa?
English Shopkeeper: Thank you very much, Visit again. Afaan Oromoo Abbaa dukkaanaa: Baayyee galatoomi, hinbadin.