Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

258) Talking about Shopping - Buying Electrical Goods

Click to choose another topic
English

Shopkeeper: Good morning, can I help you?

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Akkam bulte, maal si haa gargaaru?

English

Customer: I hope so. I'm looking for a television.

Afaan Oromoo

Maammila: Eeyyee, Telebijinii barbaadeen ture.

English

Shopkeeper: The Toshiba TV5 is on special offer this week.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: TV5 kan gatii salphaadhaan torbaan kana dhiyaate.

English

Customer: How much is it?

Afaan Oromoo

Maammila: Meeqa?

English

Shopkeeper: Only $299.95.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: $299.95 qofa.

English

Customer: It's a little expensive. Do you have a cheaper one?

Afaan Oromoo

Maammila: Mi'aa dha. Kan gatiin hir'atu hinjiruu?

English

Shopkeeper: Yes. This one's only $150.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Jira. Inni kun $150 qofa.

English

Customer: What make is it?

Afaan Oromoo

Maammila: Isa kami?

English

Shopkeeper: It's a Panasonic.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Paanaasoonikiidha.

English

Customer: I like it, but it's still a little too expensive. Is there any chance of a discount?

Afaan Oromoo

Maammila: gaariidha. Haata'u malee, ammas mi'aadha. Xiqqoo hinhira'atuu?

English

Shopkeeper: Hmmmmm, OK, we can do it for $140.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Tole, $140 haa ta'u.

English

Customer: Great, I'll take it. Do you accept credit cards?

Afaan Oromoo

Maammila: Tole, hin fudha. Kireediti kaardii fudhattuu?

English

Shopkeeper: Yes we do.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Eeyyee.