Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

259) Talking about Shopping - Buying a cell phone

Click to choose another topic
English

Shopkeeper: Hello, how may I help you?

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Maal si haa gargaaru?

English

Customer: I would like to buy a cell phone.

Afaan Oromoo

Maammila: Bilbila bituu barbaadeen ture.

English

Shopkeeper: Is there a certain brand you are looking for?

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Bilbila akkamii barbaadde?

English

Customer: I would like to see Sony Ericsson phones.

Afaan Oromoo

Maammila: Eriksan barbaada.

English

Shopkeeper: OK, they are over here.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Tole, kunooti.

English

Customer: Could I see the black and red one?

Afaan Oromoo

Maammila: diimaa laaluu danda'aa?

English

Shopkeeper: Yes, Here you are.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: Eeyyee, kunooti.

English

Customer: How much is it?

Afaan Oromoo

Maammila: Meeqa?

English

Shopkeeper: It was 150 dollars but it is on sale for 100 dollars.

Afaan Oromoo

Abbaa Dukkaanaa: $150 ture garuu, $100 fudhu.

English

Customer: Oh! That’s a good deal. I will take it.

Afaan Oromoo

Maammila: Oo! Gaariidha. Nan fudha.