English I have to go to the supermarket to buy some food. Afaan Oromoo Nyaata bituuf suuppar maarkeetii deemuun qaba.
English Where is the nearest supermarket please? Afaan Oromoo Suuppar maarkeetiin dhihootti argamu eessa?
English Excuse me, where can I find dairy products? Afaan Oromoo Dhiifama, waan loonii eessaa argadha?
English A carton of milk / orange juice, please. Afaan Oromoo Maaloo, aannan yookaan cuunfaa burtukaanaa saamsame naa kenni.
English A six-pack of soap and a twelve-pack of mineral water, please. Afaan Oromoo Saamunaa jahaafi bishaan darzana tokko naa kenni.