English Customer: I would like to have a room for two days. Afaan Oromoo Maamila: Ani guyyoota lamaafan siree barbaada.
English Receptionist: Yes, it is with attached bath. Afaan Oromoo Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, qaama dhiqannaa wajjiini.
English Customer: I would like to check out. How much do I have to pay? Afaan Oromoo Maamila: Ani bahuu barbaada meeqa kafalu?
English Receptionist: You can, you have to pay Birr 300. Afaan Oromoo Keessumeessaa/tuu: Dandeessa, qarshii 300 kafalta.