English A little milk, but no sugar. Afaan Oromoo Aannan xiqqoo itti qici; garuu sukkaara kan hinqabne.
English Waiter! I've been waiting for my order for almost an hour already! Afaan Oromoo Kessumeessaa! Ajajeera; osoon eeguu sa'aa tokko guutuufi.
English The food was delicious. Thank you very much. Afaan Oromoo Nyaanni mi'aawaa ture. Guddaa galatoomi.