English Is there a restaurant near here, please? Afaan Oromoo Dhiifama; naannoo kana manni nyaataa jiraa?
English There is a restaurant around the corner, next to the toy store. Afaan Oromoo manni nyaataa tokko kuusaa meeshaa taphaatti aanee jira.
English Excuse me, where is the nearest pharmacy? Afaan Oromoo Dhiifama, manni qorichaa dhihoo kana eessa jira?
English There is one next to the grocery store on Piyaasa road. Afaan Oromoo Daandii gara birbirsa gooroo geessurraa dukkaanatti aanee manni qorichaa tokko jira.
English Do you see the square opposite the bank? Afaan Oromoo Faallaa baankichaatiin adda babayiin sitti mul'ataa?
English Market road starts behind the square. Afaan Oromoo Daandiin gara gabaa geessu adda babayii duubaarratti argatta.
English I'd like to know how to go to the center of the city from here. Afaan Oromoo Asirraa gara walakkeessa magaalaa akkan itti deemu baruun barbaade.
English The downtown bus stops in front of the hotel over there. Afaan Oromoo Otoobsiin gara walakkeessa magaalaa deemu hoteela fuuldura dhaabbata.
English Excuse me, does this bus go to the center of the city? Afaan Oromoo Dhiifama; Otoobsiin kun gara walakkeessa magaalaa deemaa?
English No, you need the bus going in the opposite direction. Afaan Oromoo Lakki, Otoobsii karaa birootiin deemu si barbaachisa.
English The bus stop is on the other side of the street. Afaan Oromoo Buufanni Otoobisichaa daandii kanaan gama.