English Customer: Could I meet with the manager, please? Afaan Oromoo Hoji-gaggeessaa waliin walarguu nan danda'aa?
English Customer: I am Sekhar. I would like to open an account. Afaan Oromoo Seikhar, jedhama. Lakkoofsa Herreegaa banachuun barbaade.
English Customer: I would like to with draw money. Afaan Oromoo Maallaqa baankii baafachuun barbaada.
English Teller: Yes, Could I give you tens or hundreds? Afaan Oromoo Eeyyee; abbaa kudhanii moo abbaa dhibbaa si kennu?