English I'm sorry, the line is busy, will you hold? Afaan Oromoo Dhiifama, sararichi qabamaaadha; sarara irra turtaa?
English Marketing, Mr. Markos speaking. Afaan Oromoo Kutaa bittaa- gurgurtaati; obbo Maarqoos dubbadhaa!
English I'm sorry; he's in the meeting at the moment. Afaan Oromoo Dhiifama; ammaan tana walgahii irra jira.
English He will be back around four. Can I take a message? Afaan Oromoo Naannoo sa'aatii 10:00' ni deebi'a. Dhaamsa yoo qabaattan?
English Yes, please ask him to call Eframe on 9170 250 65. Afaan Oromoo Tole, lakkoofsa bilbilaa 917025065 irratti Efireem jedhee akka bilbilu itti himi.
English OK, I'll see he gets your message. Afaan Oromoo Hayyee, dhaamsa kee argachuu isaa nan mirkaneessa.