English I like your dress. How much did it cost? Afaan Oromoo Uffannaa kee jaalladheera, gatiin isaa meeqa?
English You have a great car! How much did you pay for it? Afaan Oromoo Konkolaataa bareeda qabda? Meeqaan bitte?
English I like your bracelet. Is it real gold? Afaan Oromoo Bitoo kee jaaladheen jira. Warqii qulqulluudhaa?
English Your ring is so beautiful. Is it a real diamond? Afaan Oromoo Qubeen kee baay'ee bareeda. Daaymandii sirriidhaa?
English This is a nice jacket. Is it real leather? Afaan Oromoo Jaakkeetiin kee ni bareeda. Gogaa qulqulludhaa?
English That's a little personal. / That's a little private. That's personal. / That's private. Afaan Oromoo Kun dhimma dhuunfaati.
English Asking permission to ask a personal question Afaan Oromoo Gaafilee dhuunfaa gaafachuuf hayyama gaafachuu
English Would you mind if I ask you a personal question? Afaan Oromoo Gaaffii dhuunfaa yoo si gaafadhe sitti tolaa?