Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

272) Talking about travelling

Click to choose another topic
English

I'd like to book a flight to Tokyo please.

Afaan Oromoo

Balallii gara Tookiyootiif galmaa'uu barbaada .

English

Which airline would you like to use?

Afaan Oromoo

Daandii qilleensaa kam fayyadamuu barbaadda?

English

Which is the cheapest?

Afaan Oromoo

Isa kamtu rakasa?

English

When do you want to travel?

Afaan Oromoo

Yoom imaluu barbaadda?

English

Next week.

Afaan Oromoo

Torban dhufu.

English

Would you like to have a return ticket?

Afaan Oromoo

Tikkeettii deebisaa barbaaddaa?

English

How long does the flight take?

Afaan Oromoo

Balalliin sa'aa meeqa fudhata?

English

It takes 11 hours.

Afaan Oromoo

Sa'aatii 11:00 fudhata.

English

I may as well go with it.

Afaan Oromoo

Anis kanumaan deemu naaf wayya.

English

How many seats would you like?

Afaan Oromoo

Teessoo meeqa barbaadda?

English

Could I have a vegetarian meal?

Afaan Oromoo

Nyaata kuduraa argachuu danda'aa?

English

Certainly.

Afaan Oromoo

Eeyyeen!

English

At the check-in desk.

Afaan Oromoo

Seensa buufata sakatta'insaa irratti

English

Good morning, may I have your ticket please?

Afaan Oromoo

Nagaa bultee? tikkeettii kee natti agarsiisuu dandeesssaa?

English

Certainly. Can I take this as carry-on baggage?

Afaan Oromoo

Eeyyeen! kana akka korojoo imaltuutti qabachuu danda'aa?

English

Yes, that'll be fine.

Afaan Oromoo

Eeyyeen, rakkoo hin qabu.

English

And can I have an aisle seat in the smoking section?

Afaan Oromoo

Kutaa itti xuuxan keessatti tessoo argachuu danda'aa?

English

I'm afraid this is a non-smoking flight, sir.

Afaan Oromoo

Lakki obboleessoo, Kun balalii xuuxuu irraa bilisaati.

English

But you can have an aisle seat.

Afaan Oromoo

Garuu, teessoo qabachuu dandeessa.

English

Thank you.

Afaan Oromoo

Ulfaadhaa!

English

At passport control.

Afaan Oromoo

Iddoo to'annoo paaspoortiitti

English

May I see your passport please?

Afaan Oromoo

Maaloo, paaspoortii kee ilaaluu danda'aa?

English

Here you are.

Afaan Oromoo

Eeyyee, Kunooti!

English

What is the purpose of your visit?

Afaan Oromoo

Kaayyoon doo'ii keetii maali?

English

I'm on business.

Afaan Oromoo

Hojii daldalaatiifi

English

How long will you be staying?

Afaan Oromoo

Hangam turta?

English

Fifteen days.

Afaan Oromoo

Guyyaa kudha shaniif

English

Thank you very much. Enjoy your stay.

Afaan Oromoo

Baay'ee ulfaadhu! Turtii gaarii.

English

At customs.

Afaan Oromoo

Buufata Gumrukatti

English

Do you have anything to declare, sir?

Afaan Oromoo

Wanti galmeessisuu barbaaddu jiraa ?

English

Just some wine and cigarettes.

Afaan Oromoo

Waynii xiqqoofi tamboo.

English

How much wine do you have?

Afaan Oromoo

Waynii hangam qabda?

English

Four bottles.

Afaan Oromoo

Qaruuraa afur.

English

That's fine, and how many cigarettes?

Afaan Oromoo

Gaariidha, tamboon meeqa?

English

10 pockets.

Afaan Oromoo

Paakkeetii?Qarqaba kudhan.