Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
What is that?
Sun maali?
That is a pencil.
Sun Irsaasiidha.
What is this?
Kun maali?
This is a pencil.
Kun irsaasiidha.
What are these?
Kunniin maali?
These are papers.
Kunniin waraqaaleedha.
What do you want?
Maal barbaadda?
I want a cup of tea.
Ani shaayii barbaada.
What does he like?
Inni maal jaalata?
He likes coffee.
Inni buna jaalata.
What is your name?
Maqaan kee eennu?
My name is Abebe.
Maqaan kiyya Abbabaadha.
Which bag is yours?
Korojoon kee kami?
The red one is mine.
Korojoo diimaa/diimticha sana.
Which pencil is his?
Irsaasiin isaa kami?
The long one.
Dheerticha sani.
When will you come?
Yoom dhufta?
I will come today.
Har'a dhufa.
When does he go?
Inni yoom deema?
He will go this afternoon.
Inni har'a waaree booda deema.
Where is your pencil?
Irsaasiin kee eessa jira?
My pencil is here.
Irsaasiin kiyya as jira.
Where does he live?
Inni eessa jiraata?
He lives with his family.
Maatii isaa wojjiin jiraata.
Who is this man?
Namni kun eennu?
He is Mr. Habte.
Kun obbo Haabteedha.
Who is he?
Inni eennu?
He is our teacher.
Inni barsiisaa keenna.
Whom do you (m) meet?
Eennuun arguu barbaadda?
Whom does he know?
Eennuun beeka?
Whom do you (m) like?
Eennun jaalatta?
Whose pencil is this?
Kobbeen kun kan eennuuti?
Whose books are those?
Kitaabileen kunniin kan eennuuti?
Why did you (m) come here?
Maaliif as dhufte?
Why is he late?
Inni maaliif galaalche/barfate?
How is life?
Jireenyi/Jireenni akkami?
How old are you (m)?
Umriin kee meeqa?
How much money does he have?
Inni maallaqa hangam qaba?
How many brothers does he have?
Inni obboleeyyan meeqa qaba?