English If you (m) like, you (m) can come to my home. Afaan Oromoo Yoo barbaadde mana kiyya dhufuu dandeetta.
English If you (f) invite me, I will come to your (f) home. Afaan Oromoo Yoo na affeerte mana kee hindhufa.
English If you (m) visit my home, I will be happy. Afaan Oromoo Osoo mana kiyya naa laaltee natti tola.
English If you (m) study well, you (m) can pass the exam. Afaan Oromoo Akka gaaritti yoo qayyabatte qormaata darbita.
English If you (m) work hard, you (m) can get success. Afaan Oromoo Jabaattee yoo hojjatte bu'a qabeessa hintaata.
English If you (m) try sincerely, you can (m) get the job. Afaan Oromoo Yoo qalbiin yaalte, hojii argatta.
English If I get a job in USA, I will go there. Afaan Oromoo Ameerikatti hojii yoon argadhe nan deema.