English I was reading newspaper to know current affairs. Afaan Oromoo Ani dhimmoota yeroo baruuf gaazexaa dubbisaan ture.
English Who were you (m) reading news paper with? Afaan Oromoo Ati gaazexaa eenyuun wojjiin dubbisaa turte?
English I was reading news paper with my friends. Afaan Oromoo Ani gaazexaa hiriyoota kiyya wojjiin dubbisaan ture.