Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

98) Past Continuous Tense - List of Past Continuous Actions

Click to choose another topic
English

I was getting up.

Afaan Oromoo

Ani hirribaa ka'aan ture.

English

I was praying to God.

Afaan Oromoo

Ani waaqa kadhataan ture.

English

I was washing my face.

Afaan Oromoo

Ani fuula dhiqataan ture.

English

I was doing exercise.

Afaan Oromoo

Ani ispoortii hojjataan ture.

English

I was taking shower.

Afaan Oromoo

Ani qaama dhiqataan ture.

English

I was eating breakfast.

Afaan Oromoo

Ani ciree nyaataan ture.

English

I was listening to the radio.

Afaan Oromoo

Ani raadiyoo caqasaan ture.

English

I was going to work.

Afaan Oromoo

Ani gara hojii deemaan ture.

English

I was coming.

Afaan Oromoo

Ani dhufaan ture.

English

I was making dinner.

Afaan Oromoo

Ani irbaata hojjataan ture.

English

I was watching television.

Afaan Oromoo

Ani televizhiinii ilaalaan ture.

English

I was going to bed/sleep.

Afaan Oromoo

Ani rafaan ture.

English

I was washing my clothes.

Afaan Oromoo

Ani uffata miiccataan ture.

English

I was cleaning my house.

Afaan Oromoo

Ani mana qulqulleeffataan ture.