Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


254) Talking about Neighbourhood

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Where do you live?Eessa jiraatta?
I live in Piassa/piazza.Birbirsa Gooroo.
How big is it?Hammam guddata?
It is medium.Jiddugaleessa.
How does your colony look like?Naannoon keessan maal fakkaata?
It looks beautiful.Bareedaadha.
What sorts of people live in your colony?Naannoo keessan namoota akkamiittu jiraata?
Most of them are merchants and few of them are employees.Harki caalu daldaltootaa; muraasni/hagoon isaanii immoo mindeeffamtoota.
How are the roads?Karaan akkami?
The roads are good.Karaan gaariidha/mijataadha.
Are there so many trees in your colony?Naannoo keessan mukni baayyeen nijiraa?
Yes, there are many trees.Ee, muka baayyetu jira.
Is there a play ground in your colony?Naannoo keessan bakki itti taphatan jiraa?
No, there is no play ground.Lakki, bakki itti taphatan hinjiru.
How many shops are there in your colony?Naannoo keessan suuqii/dukkaana meeqatu jira?
They are ten shops.Suuqii/dukkaana kudhantu jira.
Is there a park in your colony? Naannoo keessan bakki bashannanaa jiraa?
No, there is no park.Lakki, hinjiru.
Is there a greengrocer in your colony?Naannoo keessan dukkaana kuduraafi muduraa jiraa?
Yes, there is greengrocer.Ee, dukkaanni kuduraafi muduraa ni jira.
Is there a shopping mall in your colony?Naannoo keessan Jiddugalli daldalaa jiraa?
No, there is no shopping center.Lakki, jiddugalli daldalaa hinjiru.
Is there a video center in your colony?Naannoo keessan jiddugalli viidiyoo jiraa?
Yes, there is a video center.Ee, nijira.
Is there a medical/drug store in your colony?Naannoo keessan manni qorichaa jiraa?
Yes, there is a medical/drug store.Ee, manni qorichaa nijira.
Is there theft problem in your colony?Naannoo keessan rakkinni hannaa ni jiraa?
No, there is no theft problem.Lakki, hinjiru.
Are there regular power cuts in your colony?Naannoo keessan yeroo baayyee ibsaan adda citaa?
Yes, there are regular power cuts.Ee, yeroo baayyee adda cita.
Is there water facility in your colony?Naannoo keessan tajaajilli bishaanii jiraa?
Yes, there is a water facility.Ee, tajaajilli bishaanii jira.
Is your colony safe?Nageenni naannoo keessanii amansiisaadhaa?
No, it is not quit safe.Lakki, amansiisaa miti.
How many schools are there in your colony?Mana barumsaa meeqatu naannoo keessan jira?
There is only one school.Mana barumsaa tokko qofatu jira.
How far is the bus station from your colony?Buufanni konkolaata naannoo keessan irraa hammam fagaata?
It is very near from my colony.Naannoo keennatti baay'ee dhihoodha.
Do you like your colony?Naannoo kee jaalattaa?
Yes, I like.Ee, hinjaaladha.