Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


98) Past Continuous Tense - List of Past Continuous Actions

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
I was getting up.Ani hirribaa ka'aa jira.
I was praying to God.Ani waaqa kadhataa ture.
I was washing my face.Ani fuula dhiqataa ture.
I was doing exercise.Ani ispoortii hojjataa ture.
I was taking shower.Ani qaama dhiqataa ture.
I was eating breakfast.Ani ciree nyaataa ture.
I was listening to the radio.Ani raadiyoo caqasaa ture.
I was going to work.Ani gara hojii deemaa ture.
I was coming.Ani dhufaa ture.
I was making dinner.Ani irbaata hojjataa ture.
I was watching television.Ani televizhiinii ilaalaa ture.
I was going to bed/sleep.Ani rafaa ture.
I was washing my clothes.Ani uffata miicataa ture.
I was cleaning my house.Ani mana qulqulleeffataa ture.