Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


72) Present Continuous Tense - List of continuous actions

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
I am getting up.Ani hirribaa ka'aa jira.
I am praying to God.Ani Waaqa kadhataa jira.
I am washing my face.Ani fuula dhiqataa jira.
I am doing exercise.Ani ispoortii hojjataa jira.
I am taking shower.Ani nafa dhiqataa jira.
I am eating breakfast.Ani ciree nyaataa jira.
I am listening to the radio.Ani raadiyoo caqasaa jira.
I am going to work.Ani gara hojii deemaa jira.
I am coming home.Ani gara manaa dhufaa jira.
I am making dinner.Ani irbaata qopheessaa jira.
I am watching television.Ani TV laalaa jira.
I am going to bed/sleep.Ani rafaa jira.
I am washing my clothes.Ani uffata miicaa jira.
I am cleaning my house.Ani mana kiyya qulqulleessaa jira.