Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


288) Names of Natural Things

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Sky Samii
Star Urjii
Comet Bakkalcha
Moon Addeessa
Sun Aduu
Temperature Haala qilleensaa
Air Qilleensa
Cloud Duumessa
Frost Cabbii
Mist/fog Hurrii
Lightning Bakakkaa
Thunder Gigissuu/gigiysuu
Rain Rooba
Rain-bow Sabbata Waaqaa
Water Bishaan
Water-fallFincaa'aa
Pond Haroo
River Laga
Stream Bishaan yaa'u
Sea Galaana
Wave Dambalii
Ocean Garba
Ice Cabbii
Gorge Sulula
Shore Qarqara
Flood Lolaa
Marsh Caffaa/leephoo
Soil Biyyee
Mud Dhoqqee/Duduba
Ash Daaraa
Stone Dhagaa
Dust Awwaara
EarthLafa
Plant Biqiltuu
Tree Muka
Grass Marga
Moist Jiidhaa
Plateau Giraaba
Mountain Gaara
Hill Tabba
Cliff Qilee
Canal Gadabaaboo
Bridge Riqicha
Valley Sulula
Cave Goda/Holqa
Dam Hidha/jallisii
Island Oddoola
Volcano Volkaanoo
Earth-quake Kirkira lafaa
Bush Tusii
Forest Bosona
Light Ifa
Fire Ibidda
Oasis Haroo gammoojjii keessaa
Farm Qonna
Bamboo Leemman
Stick Ulee/shaxxee
Field Raasaa/Dirree
Park Iddoo bashannanaa
FenceDallaa
Rubbish Balfa/harfa
Pole Poolii
Wire Shiboo
Map Kaartaa
Street Karaa/Daandii/xurree
Village Ganda/qe'ee
Town Magaalaa
City Magaalaa guddoo
District Aanaa
Country Biyya
Continent Ardii
World Addunyaa