Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


272) Talking about travelling

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
I'd like to book a flight to Tokyo please.Balallii gara Tookiyootiif galmaa'uu barbaada .
Which airline would you like to use?Daandii qilleensaa kam fayyadamuu barbaadda?
Which is the cheapest?Isa kamtu rakasa?
When do you want to travel?Yoom imaluu barbaadda?
Next week.Torban dhufu.
Would you like to have a return ticket?Harshammee/tikkeettii ittiin deebitu ni barbaaddaa?
How long does the flight take?Balalliin sa'aa meeqa fudhata?
It takes 11 hours.Sa'aatii 11 fudhata.
I may as well go with it.Anis kanumaan deemu naaf wayya.
How many seats would you like?Teessoo meeqa barbaadda?
Could I have a vegetarian meal?Nyaata kuduraa argachuu danda'aa?
Certainly.Eeyyen.
At the check-in desk. Seensa minjaala sakatta'insaa irratti
Good morning, may I have your ticket please?Nagaa bultee? tikkeettii kee naaf keennuu dandeesssaa?
Certainly. Can I take this as carry-on baggage?Kunooti. kana akka korojoo imaltuutti qabachuu danda'aa?
Yes, that'll be fine.Eeyyen, rakkoo hin qabu.
And can I have an aisle seat in the smoking section?Kutaa itti aarsan/xuuxan keessatti bakka argachuu danda'aa?
I'm afraid this is a non-smoking flight, sir. Obboleessoo, kun imala xuuxuurraa bilisaati. Na gaddisiiste.
But you can have an aisle seat.Garuu teessoo qabachuu dandeessa.
Thank you.Galatoomi!
At passport control.Iddoo to'annoo paaspoortiitti
May I see your passport please?Paaspoortii kee ilaaluu nandanda'aa ?
Here you are.Kunooti.
What is the purpose of your visit?Kaayyoon doo'ii keetii maali?
I'm on business.Hojii daldalaatiif
How long will you be staying?Hangam turta?
Fifteen days.Guyyaa 15.
Thank you very much. Enjoy your stay.Baay'ee galatoomi. Turtii gaarii.
At customs.Gumurukatti
Do you have anything to declare, sir?Wanti galmeessisuu barbaaddu jiraa ?
Just some wine and cigarettes.Wayniifi tamboo xiqqoo.
How much wine do you have?Waynii hangam qabda?
Four bottles.Qaruuraa 4.
That's fine, and how many cigarettes?Gaariidha, tamboo hoo meeqa?
10 pockets. Paaketa 10.