Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


71) Present Continuous Tense - Question Words

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Are you (m) reading?Ati dubbisaa jirtaa?
Yes, I am reading.Ee dubbisaa jira.
What are you (m) reading?Ati maal dubbisaa jirta?
I am reading news paper.Ani gaazexaa dubbisaa jira.
Which news paper are you (m) reading?Ati gaazexaa kam dubbisaa jirta?
I am reading Addis Zeman news paper.Ani gaazexaa Addis Zaman dubbisaa jira.
When are you (m) reading news paper?Ati eessatti gaazexaa dubbistaa?
I am reading news paper now.Ani amma gaazexaa dubbisaa jira.
Where are you (m) reading news paper?Ati yoom gaazexaa dubbistaa?
I am reading newspaper at my home.Ani manuma kiyyatti gaazexaa dubbisaa jira.
Why are you (m) reading news paper?Ati maaliif gaazexaa dubbistaa?
I am reading newspaper to know current affairs.Ani dhimmoota yeroo baruuf gaazexaa dubbisa.
Who are you (m) reading news paper with?Ati eennuun wojjiin gaazexaa dubbisaa jirtaa?
I am reading news paper with my friends.Ani daraboota koo wojjiin gaazexaa dubbisaa jira.
How are you (m) reading news paper?Ati gaazexaa akkamitti dubbistaa?
I am reading news paper slowly.Ani suuta jedhee gaazexaa dubbisa.