Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


268) Talking about Telephone Calls

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Good afternoon Sara, may I help you?Akkam oolte Saaraa, si gargaaruu?
Extension 237 please.Maaloo sarara keessoo 237 barbaade.
I'm sorry, the line is busy, will you hold?Dhiifama, sararichi qabamaaadha; sarara irra turtaa?
Yes, I'll hold.Tole. Sararuma irran tura.
I'm putting you through.Wal si qunnamsiisaan jira.
Marketing, Mr. Markos speaking.Kutaa bittaa- gurgurtaati; obbo Maarqoos dubbadhaa!
Could I speak to Yohannes please?Yohaannis wajjiin dubbachuu danda'aa?
I'm sorry; he's in a meeting at the moment.Dhiifama; ammaan tana walgahii irra jira.
Do you know when he'll be back?Yoom akka deebi'u beektaa?
He will be back around four. Can I take a message?Naannoo sa'aatii 10:00' hindeebi'a. Dhaamsa yoo qabaattan?
Yes, please ask him to call Eframe on 9170 250 65.Tole, lakkoofsa bilbilaa 917025065 irratti Efireem jedhee akka bilbilu itti himi.
9170 250 65, right?917025065. Sirriidhaa?
That's right.Ee, sirriidha.
OK, I'll see he gets your message.Hayyee, dhaamsa kee argachuu isaa nanmirkaneessa.