Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


250) Welfare Wishes

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Have a nice day!Nagaan ooli!
Have a nice night! Nagaan buli!
Have a nice weekend! Torbaan gaarii!
Have a nice job!Hojii gaarii!
Happy new year!Baga bara haaraa geesse/geessan!
Welcome!Anaadhufu!
Congratulations!Baga gammadde/gammaddan!
Thank you!Ulfaadhu!/Galatoomaa!
Happy Journey!Imala gaarii/ Nagahaan gali!
Merry Christmas!Baga ayyaana qilleetiin isin ga'e!/Ayyaana Gaarii!
May God be with you!Waaqni si/isin faana haata'u!
May God bless you!Waaqayyo si/isin haa eebbisu!/Barakadhu!/Buli!
Oh! My lord!Ee, Magan!/Yaa Waaqi!
Do not worry! Hin yaadda'in/hin yaadda'inaa!
Never mind!Rakkoo hinqabu/homaa miti.
I missed you!Si/isin yaadee jira.
I am sorry!Baay'een gadda.
Excuse me!Dhiltee dhinnaa!/ Na hoffolchaa!
Not at all!Homaa miti!
It is not my business!Na hingalchu//dhimma koo miti.
I do not care!Dhimma kiyyaa miti/maal nadhibe.
At prime cost!Gatii ittiin bitameen.
By all means!Karaa danda'ame hundaan!
At all events!Haala kamiinu!
As soon as!Hatattamaan!/daddaffiin!
As well as!Akkasumas!