Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


266) Talking about Directions - Situation 3

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Is there a restaurant near here, please? Dhiifama; naannoo kana manni nyaataa jiraa?
There is a restaurant around the corner, next to the toy store.manni nyaataa tokko kuusaa meeshaa taphaatti aanee nijira.
Thanks.Galatoomi!
Do not mention it.Homaa miti.
Excuse me, where is the nearest pharmacy? Dhiifama, manni qorichaa dhihoo kana eessa jira?
There is one next to the grocery store on Piyaasa road.Daandii gara birbirsa gooroo geessurra dukkaanatti aanee manni qorichaa tokko nijira.
Do you see the square opposite the bank? Faalla baankichaatiin adda babayiin sitti mul'ataa?
Market road starts behind the square.Daandiin gara gabaa geessu adda babayii duubaarratti gatta.
How long will it take to get there?Achi gahuuf sa'aatii meeqa fudhata?
About ten minutes.Naannoo daqiiqa 10.
Thank you.Galatoomi!
Could you help me, please? Dhiifama, na gargaaruu dandeessaa?
I'd like to know how to go to the center of the city from here.Asirraa gara qixxalamaan magaalaa akkan itti deemu baruun barbaade.
The downtown bus stops in front of the hotel over there.Otoobsiin gara qixxee magaalaa deemu hoteela fuuldura dhaabbata.
Excuse me, does this bus go to the center of the city?Dhiifama; Otoobsiin kun gara qixxee magaalaa deemaa?
No, you need the bus going in the opposite direction. Lakki, Otoobsii karaa birootiin deemu si barbaachisa.
The bus stop is on the other side of the street.Buufanni Otoobisichaa karaa biraati.
Oh, thank you.Hayye galatoomi