Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


291) Essential words relating to Hospital

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Doctor Doktora
Surgeon Ogeesa baqaqsanii yaaluu
Nurse Narsii
Health assistant Deeggaraa Ogeessa fayyaa
Mid -wife Deesiftuu
Patient Dhukubsataa
Operation room Kutaa baqaqsanii yaaluu
Wheel-chair Wiilcharii
Stretcher Istirecharii
Diagnose Qorannoo
Glove Gilaavii
Couch Meeshaa qorannoo
Thermometer Teermoomeetira
Stethoscope Istetoskoppii
Ophthalmoscope Meeshaa yaala ijaa
Otoscope Meeshaa yaala gurraa
Speculum Meeshaa yaala gadaamessaa
Blood pressure Dhiibbaa dhiigaa
Hyper-tension Dhiibbaa dhiigaa olaanaa
Hypo tension Dhiibba dhiigaa gadi aanaa
Hemorrhage Dhiiguu
Anti septic Madaa dhiigu
Anesthesia Hadoochituu
Sedative Qoricha/qorsa tasgabbeessu
Vaccination Talaallii
Eye ointment Dibata ijaa
Pain Dhukkubbii
Pus Malaa
Measles Shiftoo
Tapeworm Maagaa
Rheumatism Keessa nama nyaachuu
DiseaseDhibee
FeverHoo'a/oo'aa
Typhoid Taayfooyidii/golfaa
Malaria Busaa
Common coldQufaa/utaalloo
HeadacheBowwoo mataa
StomachacheMuraa garaa/ciniinnaa garaa
ToothacheDhibee ilkaanii
HeartacheDhibee onnee
BackacheDhibee dugdaa
Diarrhea Baasaa/albaasaa/teessisaa
Diabetes Dhibee sukkaaraa
Tuberculosis Naqarsa sombaa
Cancer Naqarsaa
UlcerDhibee garaachaa
LeprosyQurcii/dhibee daaraa