Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


270) Phrases about Feelings

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Joy, happinessMirqaansa, Gammaduu
It's great! That's great!Waan ajaa'ibaati! Mishadha!
It's wonderful! That's wonderful!Kun ajaa'iba! Dinqisiisaa dha!
Great! Beautiful! Wonderful! Excellent! Terrific!Dansaa! Bareeda!
What a wonderful day!Guyyaa milkii akkamiiti!
I'm so happy!Ani baay'ee gammadeera!
I love it!Ani Jaaladheera!
Oh, what a wonderful gift!Ooh, kennaa ajaa'ibaa akkamiiti!
That's exactly what I wanted!Ani kan barbaades kanuma!
Just the thing!Akkasi!
Disgust!Fokkisaa!
It's terrible! It's awful!Baay'ee rifachiisaafi suukaneessaadha!
Terrible! Awful! Horrible!Baay'ee rifachiisaa! Suukaneessaa! Jibbisiisaa!
How disgusting!Waan qaanessaa akkamiiti!
I hate it!Ani nan jibba!
I can't stand it!Ani kana obsuu hin danda'u!
It was the worst trip (food, day, etc.) in my whole life!Jireenya koo keessatti kun imala jibbisiisaa(nyaata, guyyaa kkf) ture!
IndifferenceOf-gatuu
It doesn't make any difference to me.Kun anaaf jijjiirama wayiituu hin fidu.
It doesn't matter.Homaa jechuu miti/rakkoo hin qabu
It's all the same to me.Anaaf hunduu tokkuma.
I don't care.Ana hingalchu.
Suit yourself.Akka sitti tole.
Approval, praise, admirationMirkaneessuu, Dinqisiifachuu,
You did a great job!Hojii dansaa hojjatte!
It's great! It's wonderful!Baay'ee gaarii dha!dinqisiisaa dha!
That's great! I'm so proud of you.Baay'ee gaarii dha! Siin booneera.
Well done!Raawwii gaarii! /Hojii gaarii!
You did it!Galmaan geesse!
That's my boy! That's my girl!Sun ilma kiyya! Sun intala kiyya!
Complaining, disapprovalKomii, waliigaluu dhabuu
I wish you wouldn't take my books without permission.Heeyyama kiyyaan ala kitaabilee kiyya osoo fudhachuu baattee natti tola!
I thought I told you not to smoke in this room.Kutaa kana keessatti akka hin aarsine waan sitti hime natti fakkaatee ture.
I thought I asked you to be here by nine o'clock.Sa'aa sagal irratti akka asitti argamtu waan si gaafadhe natti fakkaateeyyu.
How many times do I have to tell you to turn off the light when you leave?Yeroo meeqan sitti himuu qaba yoo baatu akka ibsaa dhaamsitu.
Oh, how could you?Ooh, akkamitti akkana goota?
You should be ashamed of yourself.Ofitti saalfachuu qabda.
Shame on you!Siin qaana'e!
When someone is annoying youNamni yoo si aarsu
Leave me alone!Kophaatti na dhiisi!
Mind your own business, will you?Dhimma kee irratto xiyyeeffadhu,si hin galchu
Stop bothering me!Na hin rakkisin! Na hin jeeqin!
Get lost! (slang)Badi asii!
AngerAarii
Why on earth should I do it?Maaliifan hojjadha?
Who (the hell) do you think you are?Eenyu waan taateef ati?
How dare you!Hangam yoo na tuffatte!
For heaven's sake!Waaqaa jedhii!
Good gracious! My goodness!Baay'ee dansaa! Yaa rabbii!
Oh God! Oh my! Yaa rabbi!
Asking not to get angryAkka hin aarre gaafachuu
Don't get upset.Hin aarin
Calm down.Tasgabbaa'i.
Take it easy.Salphisii ilaali.
Don't get mad!Hin aarin!
Asking not to worryCinqamuu dhabuuf gaafachuu
Don't worry about it.Saniif hin dhiphatin.
Don't worry. Everything will be all right.Hin cinqamin. Wanti hundi ni sirraa'a.
Relax.Bashannani
Disappointment, complaining about lifegammaduu dhabuu, komii waa'ee jireenyaa
I feel so disappointed.Baay'ee natti dhaga'ameera
Just my luck.Carraa kiyya
What a day! What a life!Guyyaa akkamiiti!jireenya akkamiiti!
Life is hard. Life is unfair.Jireenyi rakkisaa dha.
That's life. What can you do?Jireenyi akkana, maal gochuu dandeessa?
Oh well. That's the way it goes.Egaa, akkas ta'a jechuu dha.
SympathizingJajjabeessuu
I'm sorry to hear that your father passed away.Abbaan kee boqachuu isaaniitti nan gadda.
I know how you feel.Maal akka sitti dhagahamu nan beeka.
Let God help you.Waaqni si bira haa jiraatu
Oh dear!Yaa rabbii kiyya!
May his soul rest in peace.Rabbi itti haa araaramu
EncouragingJajjabeessuu
Cheer up!Jajjabaadhu
Everything will be all right!Wanti hunduu ni fooyya'a!
It's not the end of the world!Kun dhuma addunyaa miti!
Don't give up. Harka hin kennin! Abdii hin kutatin!
Don't worry. You'll be all right.Hin cinqamin, ni wayyoofta
SurpriseWaan dinqii /oduu aagaa
Oh really?Dhugaa keetii?
Is that so?Akkasii adaa?
That's amazing!Kun dinqii dha!
That's incredible!Wanta hin fakkaanne/ wanta amanuuf nama dhibu!
I'm really surprised.Baay'ee na ajaa'ibeera.
No kidding? Are you serious?Qoosaa mitii mii? Dhugaa keetii?
You must be joking! You're kidding!Qoosaa jirta ta'uu qaba!
I can't believe it.Ani kana hin amanu.
It can't be true!Kun dhugaa ta'uu hin danda'u!
Doubt, uncertaintyShakkii
I'm not (quite) sure about it.Guutumatti hin beeku, shakkii qaba
Maybe, but I am not sure.Ta'uu mala,guutumatti hin beeku
I'm not sure. Nan shakka
Well, I don't know yet. Egaa, hanga ammaatti hin beeku
I have mixed feelings about it.Waa'ee dhimmichaa waan walmakaatu natti dhagahama
I doubt it.Nan shakka
Physical painDhukkubbii qaamaa
It hurts!Nama dhukkuba!
Oh! I've burned my finger!Ee badee! Quba koo of gube!
My left foot hurts.Miila kiyya bitaa na dhukkubaara.
I have a terrible headache.Bowwoo cimaatu natti jira.
I have a pain in my chest.Qoma koo na dhukkubaara.