Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


263) Talk between Waiter and Guest

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Are you ready to order?Ajajuuf qophiidha?
May I take your order?Maal haa ajajamu?
Yes, please.Tole
Just a minute, please.Xiiqqoo na egaa
Would you like a drink? Dhugaatii barbaadduu?
A glass of red wine, please.Wayinii qaruuraa tokko
A glass of mineral water, please.Bishaan qaruuraa tokko.
No, thank you.Lakki galatoomi
Would you like some coffee?Buna barbaaddaa?
Yes, please.Tole hatahu.
How would you like your coffee?Bunni akkam isiinif haatahu?
A little milk, but no sugar.Aannan xiqqoo itti qici; garuu sukkaara kan hinqabne.
With cream and sugar, please.Kireemiifi sukkaara waliin.
Black coffee please.Buna gurracha naakenni
How would you like your tea?Shayii akkamii siif haatahu?
With lemon, please.Loomidhaan.
How would you like your eggs?Killeen akkamitti isiinif haadalagamu?
Scrambled, please.Caccabsaan barbaada
Hard-boiled.Sirriitti haabilchaatu.
Soft-boiled.Sirritti kan hinbilchaatin
How would you like your steak?Waaddiin akkamitti isiniif haadalagamu?
Well done, please.Haala gaarin kan dalagame
Medium rare, please.Kan baayyee hin bilchaatin.
What bread would you like?Daabbo akkamii barbaaddu/barbaadda?
What do you have?Maaltu Jira?
White, whole-wheat, rye.Qamadii adiifi hayisaa.
Rye bread, please.Daabboo hayisaa.
ComplainingKomii
Waiter! I've been waiting for my order for almost an hour already!Kessumeessa! Ajajeera; osoon eeguu sa'aa tokko guutufi.
Can I see the manager, please?Itti gaafatamaa dubbisuu danda'aa?
PayingKafaluu
Waiter! The bill, please.Keesumessaa nagahee naafidi.
The food was delicious. Thank you very much. Nyaanni mi'aawaa ture. Guddaa galatomi.