Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


257) Talking about Shopping - Buying Clothes

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Shopkeeper: May I help you?Si gargaaruu danda'aa?
Customer: Yes, I'm looking for a pair of trousers.Ee, kofoo barbaadee ture.
Shopkeeper: What colour would you like?Halluu kam siif haata'u?
Customer: Black.Gurraacha.
Shopkeeper: And what size are you?Laakkofsi mudhii kee meeqa?
Customer: I'm not sure. Can you measure me?Nan mama. Na safaruu dandeessaa?
Shopkeeper: You're 34" waist. How about these?Lakkoofsa 34. Siif ta'aa?
Customer: What material are they?Maal irraa hojjataman?
Shopkeeper: Wool.Suufii irraa.
Customer: Do you have anything in cotton?Jirbii irraa kan hojjataman qabdaa?
Shopkeeper: Yes, these.Ee, kunniin jiru.
Customer: Can I try them on?Yaaluu?
Shopkeeper: Of course. Hindandeetta.
Customer: They're a little long. Do you have anything shorter?Isaan kunneen dhedheeraadha. Gaggabaabaa hinqabduu?
Shopkeeper: These are shorter.Isaan kunniin gaggabaaboodha.
Customer: I'll take them.Isaan kanan fudhadha.