I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


12) Subject Pronouns + To be Past + Compliment (Positive)

I was a teacher. (English)
Ani barsiisaan ture. (Afaan Oromoo)
We were teachers. (English)
Nu barsiisota turre. (Afaan Oromoo)
You (m) were a teacher. (English)
Ati barsiisaa turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were a teacher. (English)
Ati barsiistuu turte. (Afaan Oromoo)
She was a teacher. (English)
Isiin barsiistuu turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were teachers. (English)
Isin barsiisota turtan. (Afaan Oromoo)
He was a teacher. (English)
Inni barsiisaa ture. (Afaan Oromoo)
They were teachers. (English)
Isaan barsiisota turan. (Afaan Oromoo)