I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


27) Conjunction - Example

Book and pen. (English)
Kitaabaafi qalama/kobbee. (Afaan Oromoo)
Coffee or tea. (English)
Buna yookiin shaayii. (Afaan Oromoo)
He came but he did not work. (English)
Dhufee ture; garuu hinhojjanne. (Afaan Oromoo)
He came late because it was raining. (English)
Roobaa waan tureef galaalchee dhufe. (Afaan Oromoo)