I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


204) Pay - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am paying. (English)
Ani kafalaa jira. (Afaan Oromoo)
We are paying. (English)
Nu kafalaa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are paying. (English)
Ati kafalaa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are paying. (English)
Ati kafalaa jirta. (Afaan Oromoo)
She is paying. (English)
Isiin kafalaa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are paying. (English)
Isin kafalaa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is paying. (English)
Inni kafalaa jira. (Afaan Oromoo)
They are paying. (English)
Isaan kafalaa jiru. (Afaan Oromoo)