I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


191) Sell - Verb Form in Past Continuous - Negative Form

I was not selling. (English)
Ani gurguraa hinturre. (Afaan Oromoo)
We were not selling. (English)
Nu gurguraa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (m) were not selling. (English)
Ati gurguraa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (f) were not selling. (English)
Ati gurguraa hinturre. (Afaan Oromoo)
She was not selling. (English)
Isiin gurguraa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (pl) were not selling. (English)
Isin gurguraa hinturre. (Afaan Oromoo)
He was not selling. (English)
Inni gurguraa hinturre. (Afaan Oromoo)
They were not selling. (English)
Isaan gurguraa hinturre. (Afaan Oromoo)