I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


174) Play -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was playing. (English)
Ani taphachaan ture. (Afaan Oromoo)
We were playing. (English)
Nu taphataa turre. (Afaan Oromoo)
You (m) were playing. (English)
Ati taphataa turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were playing. (English)
Ati taphataa turte. (Afaan Oromoo)
She was playing. (English)
Isiin taphataa turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were playing. (English)
Isin taphataa turtan. (Afaan Oromoo)
He was playing. (English)
Inni taphataa ture. (Afaan Oromoo)
They were playing. (English)
Isaan taphataa turan. (Afaan Oromoo)