I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


150) Speak -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was speaking. (English)
Ani dubbataan ture. (Afaan Oromoo)
We were speaking. (English)
Nu dubbataa turre. (Afaan Oromoo)
You (m) were speaking. (English)
Ati dubbataa turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were speaking. (English)
Ati dubbataa turte. (Afaan Oromoo)
She was speaking. (English)
Isiin dubbataa turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were speaking. (English)
Isin dubbataa turtan. (Afaan Oromoo)
He was speaking. (English)
Inni dubbataa ture. (Afaan Oromoo)
They were speaking. (English)
Isaan dubbataa turan. (Afaan Oromoo)