I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


164) Teach - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am teaching. (English)
Ani barsiisaan jira. (Afaan Oromoo)
We are teaching. (English)
Nu barsiisaa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are teaching. (English)
Ati barsiisaa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are teaching. (English)
Ati barsiisaa jirta. (Afaan Oromoo)
She is teaching. (English)
Isiin barsiisaa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are teaching. (English)
Isin barsiisaa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is teaching. (English)
Inni barsiisaa jira. (Afaan Oromoo)
They are teaching. (English)
Isaan barsiisaa jiru. (Afaan Oromoo)