I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


59) Habitual Actions – Present Tense

I get up every morning. (English)
Ani guyyuu ganamaan ka'a. (Afaan Oromoo)
I pray to God every morning. (English)
Ani guyyuu ganama Waaqa kadhadha. (Afaan Oromoo)
I wash my face every morning. (English)
Ani guyyuu fuula dhiqadha. (Afaan Oromoo)
I do exercise every morning. (English)
Ani guyyuu ganama shaakala. (Afaan Oromoo)
I have /take bath/ shower every morning. (English)
Ani guyyuu ganama nafa dhiqadha. (Afaan Oromoo)
I have/eat breakfast every morning. (English)
Ani guyyuu ganama ciree nyaadha. (Afaan Oromoo)
I listen to the radio every morning. (English)
Ani guyyuu ganama Raadiyoo caqasa. (Afaan Oromoo)
I go to work every morning. (English)
Ani guyyuu ganama gara hojii deema. (Afaan Oromoo)
I comeback home every evening. (English)
Ani guyyuu galgala gara manaa gala. (Afaan Oromoo)
I make dinner every evening. (English)
Ani guyyuu galgala irbaata qopheessa. (Afaan Oromoo)
I watch television for some time every evening. (English)
Ani guyyuu galgala yeroo muraasaaf TV laala. (Afaan Oromoo)
I go to bed/sleep every night. (English)
Ani guyyuu halkan nirafa. (Afaan Oromoo)
I wash my clothes every Sunday. (English)
Ani guyyuu Dilbata uffata miica. (Afaan Oromoo)
I clean my house every Sunday. (English)
Ani guyyuu Dilbata mana kiyya qulqulleessa. (Afaan Oromoo)