I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


125) Give -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not giving. (English)
Ani kennaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not giving. (English)
Nu kennaa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You(m) are not giving. (English)
Ati kennaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You(f) are not giving. (English)
Ati kennaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not giving. (English)
Isiin kennaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You(pl) are not giving. (English)
Isin kennaa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not giving. (English)
Inni kennaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not giving. (English)
Isaan kennaa hinjiran. (Afaan Oromoo)