I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


188) Sell - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am selling. (English)
Ani gurguraan jira. (Afaan Oromoo)
We are selling. (English)
Nu gurguraa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are selling. (English)
Ati gurguraa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are selling. (English)
Ati gurguraa jirta. (Afaan Oromoo)
She is selling. (English)
Isiin gurguraa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are selling. (English)
Isin gurguraa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is selling. (English)
Inni gurguraa jira. (Afaan Oromoo)
They are selling. (English)
Isaan gurguraa jiru. (Afaan Oromoo)