I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


124) Give - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am giving. (English)
Ani kennaa jira. (Afaan Oromoo)
We are giving. (English)
Nu kennaa jirra. (Afaan Oromoo)
You(m) are giving. (English)
Ati kennaa jirta. (Afaan Oromoo)
You(f) are giving. (English)
Ati kennaa jirta. (Afaan Oromoo)
She is giving. (English)
Isiin kennaa jirti. (Afaan Oromoo)
You(pl) are giving. (English)
Isin kennaa jirtan. (Afaan Oromoo)
He is giving. (English)
Inni kennaa jira. (Afaan Oromoo)
They are giving. (English)
Isaan kennaa jiran. (Afaan Oromoo)