I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


156) Learn - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am learning. (English)
Ani barataa/barachaa jira. (Afaan Oromoo)
We are learning. (English)
Nu barataa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are learning. (English)
Ati barataa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are learning. (English)
Ati barataa jirta. (Afaan Oromoo)
She is learning. (English)
Isiin barataa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are learning. (English)
Isin barataa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is learning. (English)
Inni barataa jira. (Afaan Oromoo)
They are learning. (English)
Isaan barataa jiru. (Afaan Oromoo)