I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


257) Talking about Shopping - Buying Clothes

Shopkeeper: May I help you? (English)
Si gargaaruu danda'aa? (Afaan Oromoo)
Customer: Yes, I'm looking for a pair of trousers. (English)
Ee, kofoo barbaadee ture. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: What colour would you like? (English)
Halluu kam siif haata'u? (Afaan Oromoo)
Customer: Black. (English)
Gurraacha. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: And what size are you? (English)
Laakkofsi mudhii kee meeqa? (Afaan Oromoo)
Customer: I'm not sure. Can you measure me? (English)
Nan mama. Na safaruu dandeessaa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: You're 34" waist. How about these? (English)
Lakkoofsa 34. Siif ta'aa? (Afaan Oromoo)
Customer: What material are they? (English)
Maal irraa hojjataman? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Wool. (English)
Suufii irraa. (Afaan Oromoo)
Customer: Do you have anything in cotton? (English)
Jirbii irraa kan hojjataman qabdaa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Yes, these. (English)
Ee, kunniin jiru. (Afaan Oromoo)
Customer: Can I try them on? (English)
Yaaluu? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Of course. (English)
Hindandeetta. (Afaan Oromoo)
Customer: They're a little long. Do you have anything shorter? (English)
Isaan kunneen dhedheeraadha. Gaggabaabaa hinqabduu? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: These are shorter. (English)
Isaan kunniin gaggabaaboodha. (Afaan Oromoo)
Customer: I'll take them. (English)
Isaan kanan fudhadha. (Afaan Oromoo)