I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


116) Take – Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am taking. (English)
Ani fudhataa jira. (Afaan Oromoo)
We are taking. (English)
Nu fudhataa jirra. (Afaan Oromoo)
You(m) are taking. (English)
Ati fudhataa jirta. (Afaan Oromoo)
You(f) are taking. (English)
Ati fudhataa jirta. (Afaan Oromoo)
She is taking. (English)
Isiin fudhataa jirti. (Afaan Oromoo)
You(pl) are taking. (English)
Isin fudhataa jirtan. (Afaan Oromoo)
He is taking. (English)
Inni fudhataa jira. (Afaan Oromoo)
They are taking. (English)
Isaan fudhataa jiran. (Afaan Oromoo)