I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


126) Give -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was giving. (English)
Ani kennaa ture. (Afaan Oromoo)
We were giving. (English)
Nu kennaa turre. (Afaan Oromoo)
You(m) were giving. (English)
Ati kennaa turte. (Afaan Oromoo)
You(f) were giving. (English)
Ati kennaa turte. (Afaan Oromoo)
She was giving. (English)
Isiin kennaa turte. (Afaan Oromoo)
You(pl) were giving. (English)
Isin kennaa turtan. (Afaan Oromoo)
He was giving. (English)
Inni kennaa ture. (Afaan Oromoo)
They were giving. (English)
Isaan kennaa turan. (Afaan Oromoo)